Isaiah 57:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Gumiini tiyya ha naa galtu. Gufu ch'ufa duraa gorsa, kara ch'ira, kurfeesa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «karaa baniin kiyya irra deemu maraa haxaaya'aa sirreessaa'a!»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Karaa baasa'a, karaa baasa'a! Daandii qopheessa'a; daandii kolbaa tiyyaa keessaa gufuu kaasa'a!