Isaiah 57:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini duri gumi tiyya jireese duuba deebie worra inhimad'u, yokhaani haga jiru jireenna iti indallanu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hennaa maraa nama hin ujulu, hennaa maraa hin aaru, uduu ka akkana godhuutii silaa namoonni ani uume hin dadhaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ayyaanni kolbaa ani dadeetii fi hafuurri ani isaan keessa keye na duratti akka hin gagganne, ani haga bara baraa isaan hin komadhu; yennaa maralle hin aaru.