Isaiah 57:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan worri tahe ya arge, ammo inuma fayyisa. Anini worra dura deeme qarqaare nama bohule garaa jabeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hujii isaanii maraa argeera; garuu isaanii araaramee isaan fayyisa; ani worra isaanii fi waan isaaniitiif booyan maraa hin jajjabeessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani karaa isaanii dhaggeera; te'uu malee isaan hin fayyisa; ani isaan sooressa; Isaanii fi marroo isaaniitiif worra bowu hin jajjabeessa.