Isaiah 57:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worri ch'ubbuu baariini wold'au fakaata, ka d'awani isaa ejachu dide t'uriifi d'oqeeni d'uftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni hammeeyyiin garuu akka galaana raafamuuti; bisaan xuri'ii fi huura bulbulee baasa malee hin dhiisu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri hamaan ammoo, akka abbaayaa bulphittuu, ta foora hin qanne, ta danbaliin isi'ii caffa'aa fi dhoqqee qadduu ti» jedha.