Isaiah 57:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani d'akha qulqullicha achi fuutani, old'ad'aabdani, waaqa jettani kad'attani. Ammalle daad'i iti d'ibaafattani, mid'aani kennitaniifi. Isani waan anini waan kana ch'ufa iraa gammadu seetani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhooqa keessaa dhagaa mimmishaa filattanii kunniin waaqa tolfamaa keenna jedha'aa kennaa nyaataatii fi ka dhuddo'oo isaanii dhiyeessitan; ani waan kanaaf hin aaruu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin dhakoota mucucaataa ka odduu dhooqaa waaqonfattan; isaan qooda keessan. Isin dhibaayyuu daadhii woyni'ii isaaniif dhibaattanee, kennansa midhaanii isaaniif kennitan. Ani tana hin mararaa ree?