Isaiah 58:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aninileeni hojja ch'ufa isani dura deeme waan dansa isani quubse isani jajabeese fayya isanii kenna. Isani aka oobru bisaani quufte taatani maddo haguma jirtu ingonne fakaatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hennaa maraa isin masakka; lafa bonaatittillee fedha keessan guuta; lafee keessan hin jabeessa; isin akka hulee dhaaba bilqiltu'uu ka hennaa maraa bisaan dhuguutii fi akka burqaa bisaanii ka hennaa maraa hin gonnee taatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootiin Waan Maraa yennaa mara isin hin sooressa; lafa godduu keessalle'etti isin hin quussa; lafee teessan hin jabeessa. Isinille akka oorruu bisaan obaafamuu, akka madda bisaan isaa hin dhidhannee hin teetan.