Isaiah 58:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
gammada nami na hojatu argatu argattani. Lafa ch'ufa keesa ulfinna isanii kenne, isanileeni lafa anini abba keesani Yakobo kenna taani maachitani. Dubbi tana ana AABBO Waaqati jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ana Rabbitti gammaddan; lafa irratti hulee kabajja'aa irra isin jiraachisa; midhaan lafa abbaa keessan Yaaqoobiin dhaalchise irraa akka nyaattan godha; ka waan kana dubbate ana Rabbi.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isin yennaa san ana Mootii Waan Maraatti hin gammadan; ani lafa mara irratti akka isin ulfaattanu, dhaala abbaa keessan Yaaqoobiille akka isin nyaattanu hin godha; ani Mootiin waan Maraa tana dubbadheera» jedha.