Isaiah 58:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri guyya ch'ufa na kad'ate waan jed'u, Nu kara kanke barbaanne, seera kanke guutu feena; nu seera d'uga siraa feena, ammalle sileeti d'iaachu feena.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan hennaa maraa na arguu barbaadan; karaa kiyya beekuu barbaadan; isaan hennaa maraa akka waan qajeellummaa kiyya raawwataniitii fi akka banii ajaja Waaqa isaanii hin dhiifneetitti murtii qajeelaa na kadhatan; gara ana Waaqa isaanii dhiyaachu'utti gammadan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan guyyaa mara na barbaadan; karaa kiyya beekiisaa waan fedhanu fakkaatan; akka kolbaa waan sirrii te'e hujjuutii fi akka kolbaa ajaja Waaqa ifii hin lakkisinii, muraa haqaa na gaafatan; ana Waaqatti dhikaatiisalle waan fedhanu fakkaatan» jedha.