Isaiah 58:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Biyyiti waan jettu, Nu maafi ufi agabsina, ka AABBO Waaqi waan suni nuu ingarre? Nu maafi sagale nyaachu dinna, ka inni nu iyyaalle? AABBO Waaqi waan worraani jed'u, Wonti anini akasi tahefi, waan isani guyya ufi agabsitani suni, fed'i teesani gula yaatani nama isanii hojatu dabsitanifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin «Nu hin soomna ati garuu nu hin laaltu; yoo ati ka nu hin laalle ta'e nu maaf si afo'otti gad uf deebifna ree?» jedhan. Rabbi akkana jedha, «Isin hennaa soomtan fedha onnee keessanii raawwattan, hojjattoota keessan hin miitan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, «Eega ati gara laama keennaa hin ilaalle teetee, nuuti maaf laanne ree? Gad ifi qabiisa keenna eega ati hin ilaalin, nuuti maaf ifi gad qanne ree?» jedhan. Mootiin Waan Maraa isaaniin, «Kunoo, guyyaa laamaatitti isin waanuma fedhii teessanii gootan; hojjattoota teessan maraayyuu hin cunqursitan.