Isaiah 58:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja isani ufi agabsitani suni, isani wolti kaatani harkaani woli geetani lafaa woli balleesitani. Isani waan, yo isani kara kanaani ufi agabsitani, anini kad'acha teesani d'agayu seetani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Soomaan maayessa isin waan wol lola'aa gadoo taataniif garaa jabaattanii tontoommo'oon wol dhooftan; soomni waan kanniin godha'aa soomtan akka faateen teessan isinii dhagayamtu hin godhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kunoo, laam keessan lolaa fi moroma'aan, tuntummuu hammeennaatiin wol tumiisaan muummowa; akka amma laamiisatti jirtanu kana laamaa, daadimati keessan ol-gubba'atti waan isiniif dhage'amu isinitti hin fakkaatin.