Isaiah 58:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ufi agabsitini d'ugaa ta anini jaalad'u tana: sansalata isani namaani dabsitanifi qaampara isani namaani d'owartani balleesa, nama isani dabsitani gad'iisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Soomni ani itti gammadu ka isin haada sibiilaa ka cunqursa'aa kuttanii worra cunqurfaman cunqursaa jalaa akka baaftaniifii mii?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Laam ani filadhe worra haqa malee hidhame akka hiittanu, wodaroo waanjo'oo akka hiittanu, worra cunqurfame bilisa akka baattanuu fi waanjoo mara akka caccassittanuu motii ree?