Isaiah 58:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sagale teesani nama beela qabuu kenna, hiyyeesa mana inqamne mana keesani bana. Nama qulla yau woya kenna, fiit'a teesani qarqaaru indidina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nyaata keessan akka worra beelayanii qooddan, akka hiyyeessa hulee bulu hin qabne bulchitan; worra daare akka uwwiftanii fi akka fira keessan nafaan hin dinneefii mitii?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sagalee teessan worra beelowe woliin akka qoodantanu, hiyyeessa olii fi gad joonjuuf addee bulu akka kennitanu, nama qullaa jiru yennaa dhaggitane akka daara baattanu, aantee teessanitti fuula akka itti hin hammaannee motii ree?