Isaiah 58:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba yo isani akasi taatani, eebiti tiyya aka adu ganama isanii ifsite mada teesanile yoosu fayyisani. Anini hojja ch'ufa isani woliini tae isani baase gama ch'ufa isani qorqorad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Yoo waan kana gootan akka biiftuu ganamaa iftan; daddaftanii fayyitan; ka isinii murteessu isin afoo ta'a; ulfinni Rabbii duubaan irkoo isinii ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoo tana gootane ifi keessan akka ganamaa hin ifa; fayyinni keessanille ariifatee hin dhufa; balchummaan teessan isiniin dura hin deenti; ulfinni kiyyalle isin duubaan isin hin eega.