Isaiah 58:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja isani na kad'attani isani d'agaye, hojja isani na yaamatani isani jalaa owaad'a. Yo isani dabsiti nama dabsitani lakiftani, quba namati qabdanifi tufi nama tufatanifi dubbi hamtu namaani jettani yaalabatani;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa isin na kadhattan; anillee kadhaa keessan isinii dhagaya; gargaarsaaf natti iyyattan anillee isinii jira isiniin jedha; isin qambara rakkinnaa yoo nama irraa kaaftan, dubbii dharaatiif qubaan nama mudhisuu yoo dhiiftan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa isin daadimattanu, ani deebii isiniif hin kenna; yennaa isin qarqaarsaaf gara kiyya iyyitanu, anille isin jalaa hin owwaadha. «Isin nama cunqursiisa, quba namatti qabiisaa fi hantuu dubbatiisa yoo lakkittane,