Isaiah 59:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan harki AABBO Waaqa laafe nama baasu indandeenne insehina, yokhaani waan inni gurra d'abe kad'acha teesani ind'ageenne insehina!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi nama fayyisu'uu fi kadhaa namaa dhagayuu hin dadhabu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, harki Mootii Waan Maraa fayyisiisaaf hin gabaabbanne; gurri isaalle dhage'iisa hin dadhanne.