Isaiah 59:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka balla jinjimanne guyya guddaani aka waan lafti halkani gugufanne, aka waan fulla Ekhera ta dukana jirru taana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dukkana keessa malaan deemna; akka waan dimimmisa keessa deema'aarruutitti guyya'aan gufanna; nu worra jajjabaa biratti akka nama du'eeti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka nama balla'aa dalleya qaqqabataa, akka nama ila hin qannee karaa barbaadanna; akka waan dimimmisaa guyya'aan gufanna; odduu worra jajjabaatitti, akka worra du'ee teene.