Isaiah 59:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nuni ch'ufti aka goorjama d'anga d'oomne aka sabalisa boonna. Nu d'uga barbaanne d'amne, nami nu baasu nura fago jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu maruu akka doobba'aa yuusa'aa akka handari'ii booya'aa gunguma'aa haqaa fi fayyaa argachu'uuf eegganna; isaan garuu waan nu irraa fagaataniif hin argaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti marti akka doobba'aa hin gururaana; akka saphaliisaa aadiisaan wiiccifannee boonna. Haqa barbaanna; ammoo hin dhaggannu; fayyinna barbaanna; ammoo nu irraa fago'o.