Isaiah 59:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu siini morkine si dinne, dudda siti gale. Nu nama dabsine, sile iraa gorre. Heregi keenna d'articha, dubbini teenna d'uga inqabdu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amantii Rabbiin irraa qabnu dhiifnee isa waakkanneerra; Waaqa keenna dhiifnee gara duubaa dachaaneerra; onnee keenna keessatti soba qabannee maqaa namaa balleessu'uu fi gantumma'aan ifa baafneerra.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti Mootii Waan Maraa irraa finqillee isa sonneerra; Waaqa keenna hordofiisa irraa deebineerra; nama cunqursiisaa fi hunnaan nama irratti ka'iisa yaadanna; dhara gadhaa keenna keessatti yaadanne dubbanna.