Isaiah 59:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni nyaapa isaatiifi worra lafa fago taule waan worri tolche gula gaargalcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mormitoota lolee diintota ufiitii fi worra daangaa lafaa irra jiraatan haluu bayu'uun isaan adaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni akkuma hujii isaaniititti worra isa mormu irratti mufii ifii hin fida; diinota ifiitii fi kolbaa oddoola keessa leetulle'eef gatii hujii isaanii hin kenna.