Isaiah 59:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ila borutiifi ila adule ch'ufa nami isa sodaate, nami ch'ufti maqa isaatiifi jabeenna isaale d'eeta. Inni akuma laga yau, ka qilleensi AABBO Waaqa yaasu, d'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni akka lolaa bubbeen oofa'aa dhufuu waan ta'eef baniin gara dhiyaatiin jiranii fi baniin gara baya biiftu'uutiin jiran ulfinna maqaa Rabbii sodaatan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa akka bisaan abbaaya'aa ka bubbe'een darbamuu, waan dhufuuf, worri gara aduun seentu jiru maqaa Mootii Waan Maraa hin sodaatan; worri gara aduun baatu jirulle ulfinna isaa hin sodaatan.