Isaiah 59:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni maro ch'ubbu teesanitifi isani d'agayu dida. Ch'ubbu teesaniti Waaqaani gargari isani baasa, hojja isani kad'attani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Cubbuun keessan isinii fi Rabbiin jidduu waan golgeef cubbuun keessan waan Rabbiin irraa isin fooyeef kadhaan keessan isinii hin dhagayamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yakkaan teessan ammoo Waaqa keessan irraa gargar isin baatteerti; akka inni isiniif hin dhageenne, cubbuun teessan akka inni fuula ifii isin irraa deebifatu gooteerti.