Isaiah 59:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini wold'aqisa isani woliini tolfad'a; anini yayu irre tiyya isanii kenne, dubbi tiyya isani barsiise; armaa achi isani naa saalfatani, ijoolle teesaniifi d'aloota worrale barsiiftani aka haga jiru jireenna worri naa saalfatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Waadaan ani isaan woliin galu Hafuurri kiyya ka ammaa jalqabee haga bara baraa isin woliin jiru dubbii kiyya ka afaan keessan keessa kaaye ijoollee teessanii fi ijoollee ijoollee teessanii barsiisaa'a.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Gondooroon ani isin woliin godhadhu: ayyaanni kiyya ka ani isiniif kennuu fi jechi kiyya ka ani afaan keessan keessa keyu, afaan keessan keessaa, afaan ijoollee teessanii keessaa, afaan ijoollee ijoollee teessanii keessaalle'ee adhaa jalqabee haga bara baraa hin dhabamu» jedha.