Isaiah 59:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani gaadisa koraa d'at'ani, dubbi d'araatiini nama himatani. Isani d'ara gula yaatani kara sunini d'uga barbaadani. Hameenna hereddani waan hamtu nama tolchitani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eennullee yoo nama himatu waan dhuga'aa qabatee hin dhufu; gara mana murti'iillee yoo dhaqe amanamaa ta'ee hin dhiyaatu; isaan himannaa sobaa qabatanii dhara dubbatan; dhara yaadan, dhara hojjatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami haqaan ideemuu fi nami haajaa ifii dhuga'aan dhikeeffatu tokkolle hin jiru. Moromaa bu'aa hin qannetti addatanee, dhara dubbatan. Miidhaa gadha'atti qabatanee, hammeenna fidan.