Isaiah 59:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mali isani d'aatani, aka okhokaani bofa had'aa qabu, nama ijeesa. Yo okhokaani suni ch'absani bofati gabaha! Ammo mali keesani woma isani imbahu, akuma woya sapupaani mid'aasani jira, ta woma keesaa injirre.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan kallee bofaa ammatan, isaan haada daarabaaftu'uu fooyan; namni kallee sanniin nyaatu hin du'a; kallee san keessaa buuti'itu baya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan quuphaa buuti'iititti kabban; mana saaphuphu'uu ijaaran; nami quuphaa san nyaatu marti hin du'a; quuphaa cabu san keessaa ilmee buuti'iititti baya.