Isaiah 59:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani hojja ch'ufa hameenna malattani waan suni harifatani tolchu feetani. Isani nama woma iyyakini d'iiga jissitani, fulla yaatani ch'ufati nama gaargalchitani balleesitani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan gara hujii hama'aa fiigan; dhiiga nama qulqullu'uu jissu'uuf jarjaran; yaanni isaanii yaada hama'a; hulee gayan marattuu hujiin isaanii waa diigu'uu fi waa balleessu'u;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Miilli isaanii waan hantuu hujiisaaf ori'a; isaan dhiiga nama yakkaa hin qanneelle dhangalaasiisaaf ariifatan; yaadi isaanii yaada hama'a; gara deemanu maratti hujiin isaanii hujii diigiisaatii fi balleessiisaa ti.