Isaiah 59:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fulla isani baatani tokole lafti nagaya inqabdu. Wonti isani tolchitani tokoleeni d'uga inqabdu. Kara qajeela intahini gula yaatani, nami kara suni gula yau tokoleeni nagaya inqabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan karaa nagayaa hin beekan; hujiin isaanii haqa hin qabu; jireenna dabaa waan jiraataniif namni akkasitti jiraatu nagaya hin argatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan karaa nageyaa hin beekanu; daandii isaanii keessalle haqi hin jiru; isaan karaa ifii daddassaneeran; nami karaa san irra deemulle nageya hin dhaggatu.