Isaiah 6:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini waan jed'eeni, Aabbo wonti kunini haga yoomi taati? Inni waan naani jed'e, Haga dira ch'ufa balleesani ona tolchani, maneeni ch'ufti duwa taate, oobruuni, ch'ufti badde raasa taatuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee Goofta'aan «Gooftaa kiyya! wonti kun haga yoomii ta'a?» jedheen. Innillee deebisee akkana naan jedhe, «Qachoonni namoota keessa jiraatan dhabanii haga diiggamanitti, manniin maraa keessaa haga namoonni dhabamanii duwwaa ta'anitti, haga lafti ona taatutti,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ani, «Ee, Gootta'a, tun haga yoomii teeti?» jedhee gaafadhe. Goottaan deebisee, «Haga qachooti diigamee, namooti keessa le'anu dhabamanutti, haga manooti onee, latti ijjumaa duwwaa teetutti,