Isaiah 6:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato nama kud'ani keesa nami toko hafele, takacha sunile imballeesani; inni hunda mukha dambi ka murani fakaata. Ammalle akuma hunda suni worri Waaqaa ka d'ibiini late ga baha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo kudhan keessaa tokkollee ardii irratti hafe; innillee sirima bada; garuu akkuma qilxuunii fi woddeessi yoo murame gufuun hafe deebi'ee margu; akkasuma fiixaan woyyuun ardii irratti gufuu woyyoome.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
namoota kudhan keessaa tokko lafa san keessatti yoo hafelle, inni hin bada; ammoo akkuma qilxaan yennaa murame jirmi isaa lafa keessatti hafu, akkasuma sanyiin woyyootaalle lafa keessatti akka jirmaa te'anee hin hafan» jedhe.