Isaiah 6:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Woli yaamani waan woliini jed'ani, Qulqullo, qulqullo, qulqullo! AABBO Waaqi guddaani qulqullo! Lafti ch'ufti guddinna isaatini guutamti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wol irraa fuudha'aa «Woyyuu'u; woyyuu'u; woyyuu; Rabbii Gooftaa banii maraa; ardiin maruu ulfinna keetiin guuttamteerti!» jedha'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan wol wol irraa fuudhaa, «Woyyu'u! Woyyu'u! Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade woyyu'u. Latti duudiin ulfinna isaatiin guutanteerti» jedhane.