Isaiah 6:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qonqooni worraa yayaba Mana Waaqaa chochoofte, Mana Waaqale aari guute.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hundeen mana woyyu'uullee sababaa laagaa guddaa saniitiif guddisee raafame, manni woyyuun aaraan guuttame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Iyya qoonqoo isaaniitiin, hundeen Galma Waaqaa tachoote; Galmille aaraan guute.