Isaiah 6:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni waan naani jed'e, Beeni, dubbi tana biyyati himi: ato haga feetani d'ageetanile inhubattani. Ato haga feetani ilaaltanile waan taha inagartani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee «Deemi! banii kanaan ‹dhagawuu ima dhageettan, garuu hin hubattan, arguu ima argitan garuu hin guuttattan jedhii isaanitti himi;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre inni anaan, «Gara kolbaa tanaa dhaqiitii, ‹Isin caqasiisa hinuma caqattan, ammoo hin hubattanu, ilaaliisa hinuma ilaaltan, ammoo ijjumaa hin dhaggitanu› jedhiin» jedhe.