Isaiah 60:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan Yerusalemuni jed'u, Nyaapi naabo te jaare hayyooti worraleeni sii hojati. Anini duri dallane isani gaargalche, ammo ammatana isanii nahe eeba isanii kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani aaree si adabee ture; amma garuu garaa sii laafa; baniin ormaa dallawwan kee sii ijaaran; mootonni isaaniillee sii hojjatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Yerusaalemiin, «Worri ormaa dalleya keeti ka dhaka'aa deebisanee hin ijaaran; moototi isaaniille si hin tajaajilan; ani aaree si adabeeraayyu; amma ammoo jaala kiyyaan si hin marara.