Isaiah 60:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba ilmaani worra qara si dabse taani d'ufte si dura gajejette si guddifte, worri duri si tufate kaani miilati jige si kad'ata. Duuba dira AABBO Waaqa, Sioni, dira Waaqa qulqullo Israeli siini jed'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen ijoollee worra si miidhanii yoo gara kee dhufan gad jedhanii nagaya si gaafatan; worri si tuffate maruu luka kee jalatti jilbiiffatan; isaan «Tsiyoonii qachaa Rabbii woyyuu Israa'elii» siin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmaan worra si cunqursee, sagadaa gara keeti hin dhufan. Worri dur si tuffate marti miila keetitti hin jigan. Isaan, ‹Qachaa Israa'elii woyyicha ka teete, qachaa Mootii Waan Maraa Xiyoon› jedhanee si hin waaman.