Isaiah 60:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gosa d'ibifi hayyooti worraleeni akuma niiti daima hoosiftu si qorqoratti. Duuba atini akasiini aka anini, AABBO Waaqi si baase, Waaqi guddaani Israeli si balchoomsu beeta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma ijoolleen harma haadhaa hootu ijoolleen tee qabeenna bani'iitii fi ka moototaa fudhatanii itti fayyadaman; ati akka ani Rabbi fayyisaa gargaaraa kee ta'ee fi Waaqa Yaaqoobii jabaa akka ta'e beetta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma ijoolleen harma haadha ifii hootu, atille qabeenna gosa biyya adda addaatii fi moototaa, hin hoota. Achiin duuba ani Mootiin Waan Maraa, hunnaamessi Yaaqoobii, ka si fayyisuu fi ka si wodu akka te'e hin beetta.