Isaiah 60:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini fulla sibiila diima worqiini sii d'ufe, fulla mukhaafi sibiila guraacha qarsifi sibiila diimani sii d'ufe, fulla d'akhaa sibiila guraachani sii d'ufa. Nami si mohatu deebie si indabsu; anati d'ugaafi nagaya worri namaani mohatu worraa kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani bikka sibiila diima'aa worqii'i, bikka sibiilaa meetii, bikka mukaa sibiila diimaa, bikka dhaga'aa sibiila fida; nageenni akka si masakku; qajeellummaan akka si bulchu sii kenneera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani addee sageettu'uu worqii, addee sibiilaa meetii, addee mukaa sageettuu, addee dhaka'aa sibiila si'iif hin fida. Ani nageya mootii keeti, balchummaalle bulchaa keeti hin godha.