Isaiah 60:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Woraana deebiani si keesati ind'agayani — woni hamtuuni tokoleeni deebite si qabatte si imballeesitu. Anini naabo si tahe si qorqorad'a waan anini si baaseefi na faarsita.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammaa achi biyya keetitti laagaan badi'ii, daangaa biyya keetiitittillee hammeenninii fi badiin hin dhagayamu; dallawwan keetiin na oolchitan balballan keetiin galata keessan jettaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haganaa achi biyya teeti keessatti, hunnaan nama irratti ka'iis, meessaa keetitti diigamiisi yookiin badiisi hin jiraatu. Ati ammoo dalleya dhaka'aa ka qachaa keetii, ‹Fayyinna›, seensuma karra teetiille, ‹Leellisa› jettee hin waanta.