Isaiah 60:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ifsa guyya ka adu deebite imbarbaadu, halkanile ifsa jiale woma ira inqabdu; ifsaani kanke ka jiru jireenna anuma, AABBO Waaqa, ifsaani guddinna kiyyaleeni sii ifsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ammaa achi guyyaa aduun, halkan addeessi sii hin ifu; garuu Rabbi ifa kee Waandhi kee ulfinna sii ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani Mootiin Waan Maraa ifa bara baraa, Waaqi keeti ulfinna waan sii te'uuf, haganaa achi guyyaa aduun, halkan jiin ifa si'iif hin te'u.