Isaiah 60:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gosa d'ibi dukanti d'ossite, ammo sii ifsa AABBO Waaqati ifsa; si keesati guddinni isaa bibiliqe mullata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dukkanti lafa, dukkanti jaamaan garuu banii golga; si garuu ulfinni isaa si irratti ifa; ulfinni isaallee si irratti mudhata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, dukkanti lafa hin golliti; dukkanti dimmille kolbaa hin dhossiti. Si'iif ammoo ifi Mootii Waan Maraa hin ifa; ulfinni isaalle si irratti hin mudhata.