Isaiah 60:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumiini tante ch'ufti waan d'uga tolchite, haga jiru jireenna laftileeni ta worraa tati. Anini worra oobre mid'aasa, aka nami ch'ufti guddinna kiyya argu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin kee worra balchaa ta'an; biyya kee baraa haga bara baraa dhaalan; akka na galatoonfataniif ka isaan uumee fi ka bakka isaan buusellee ana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba kolbaan teeti marti balchoolee hin te'an; isaan lafa san haga bara baraa hin dhaalan. Isaan ulfinna kiyya mudhisiisaaf biqiltuu ani harka kiyyaan dhaabe.