Isaiah 60:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri kanke, ka nami isaa diqaa, gosa guddo irre qabdu taha. Hojja guyyaani gahe, anini waan kana hurrise tolcha; anini AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan keessaa worri hagoon banii guddaa kumaatamatti laakkayaman qabaatan; isaan keessaa worri dadhabaan jajjabaa ta'an; Ani Rabbi waan kana akka daddafee raawwatu godha.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maatiin diqqoon kuma hin teeti; ta mara caala diqqo'oo kolbaa jadduu hin teeti. Ani Mootii Waan Maraa ti; yennaa isi'iititti tana mara ariifadhee hin muummessa» jedha.