Isaiah 60:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini waan kana arginaani gammade qilit'amta. Hormaati gosa d'ibi siti d'ufe, baariini gamale wonti worri qabu sii d'ufti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati hennaa kana argite fuulli kee guddisee ifa; eebbi galaana keessaa argamuu fi qabeenni banii irraa dhufu maruu waan kee ta'uuf argitee gammadda.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati yennaa isaan dhaggite, fuulli keeti hin ifa; gadhaan keetille gammadaan hin firinxiixa. Qabeenni abbaayaa irra qaxxaamuree dhufu, karri gosa biyya adda addaalle teeti hin teeti.