Isaiah 60:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hobolooni sunini lafa fagooti gumi Waaqatini d'ufti. Isiini qarsifi worqi maqa AABBO Waaqa qulqullo Israelitini guddisaniini d'ufti — Waaqa ka gosa ch'ufa gumi isaa guddisisu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi woyyichi Israa'elii waan isin kabajjeef, ulfinna isaatiif jedhanii huleen bisaaniin marfamte ijoollee teessan birri'ii fi worqii isaanii woliin biyya fago'ootii fidu'uuf worri markaba oofu ka biyya Tersesiillee na eeggatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhugumaan ilmaan teeti worri oddoola keessaa addi'iin Mootii Waan Maraa hin eegatan; Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti Woyyichi Israa'elii ulfinna waan sii kenneef, ulfinna isaatiif jedhanee, ilmaan teeti fagoo irraa, meeti'ii fi worqii isaanii woliin fidiisaaf hobolooti gugurdoon Tarshiishii hin dursiti.