Isaiah 61:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini AABBO Waaqa keesa gammade, waan Waaqi kiyya wo naa tolcheefi qilit'ama. Inni yayu woya baafama nati uyise, ubaara d'uga naa kaaye, akuma worri wolfuud'u faaya dadansa naqate ufi mid'aasu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Rabbiin gammada; keessi kiyya Waaqa kiyyaan usheexxa; inni akka idaayyaa abaaboo ulfinnaa mataa irra kaayatuu akka idaayyittii faaya gara garaatiin qandhaftee uffata fayyumma'aa natti uwwiseera; uffata balchumma'aa irraan naa dhaye
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootii Waan Maraatiin guddoo gammada; lubbuun tiyyalle Waaqa kiyyaan firinxiixxi. Akkuma waajibichi akka hayyu'uu marata mata'atti maratu, akkuma waajibittiin dooqaan ifi seefattu, inni woyaa fayyinnaa natti uffiseera; bullukkoo balchumma'aalle itti dabalee natti uffiseera.