Isaiah 61:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma sanyini fach'aasini baate latu, akasuma AABBO Waaqi guddaani gumi ufi baase gochiti ch'uftileeni isa faarsiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma lafti waa biqilchitu, akkuma huleen biqiltuu itti dhaaban biqiltuu guddiftu Rabbi Gooftaan keessan akka balchummaanii fi galanni burqu taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma latti biqiltuu biqilchitu, akkuma oorruun sanyii itti facaafante lachisiittu, Goottaan Mootiin Waan Maraa, balchumma'aa fi leellisi gosa biyya adda addaa duratti akka lattu hin godha.