Isaiah 61:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ya na erge, aka anini bara Waaqi gumi ufi baase nyaapa worra dabsatu himu. Inni ya na erge, aka anini nama bohu ch'ufa kibe garaa jabeese,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara araaraa ka Rabbiitii fi guyyaa Waandhi haluu bayu akka labsu, worra boowu maraa akka jajjabeessu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Woggaa Mootii Waan Maraa biratti fudhatama qadduu fi guyyaa Waaqi keenna haluu bawu, akka ani lassuuf, worra bowu mara akka ani jajjabeessuuf, Mootiin Waan Maraa na ergeera.