Isaiah 61:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri dira bade ona tahe jaare, dira bara heddu balleesani mid'aasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan waan armaan dura diiggame hin ijaaran; waan dura badellee deebisanii midhaassan; qachoota dhaloota maraa keessatti diiggaman hin haarawoomsan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan diigama durii deebisanee hin ijaaran; waan dur baddelle adde'etti hin deebisan. Qachoota dhaloota heddu'uun dura diigamee bade deebisanee hin haaressan.