Isaiah 61:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaalole AABBO Waaqa isaniini jed'ani, hojatu Waaqa keenna jed'ani isani yaamani. Isani waan gochii d'ibiini horate soorattani, waan worraatini keenna jettani ufi saaddani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin garuu «Gadoota Rabbiitii fi tajaajiltoota Waaqa keennaa» jedhamtanii waamamtan; qabeenna bani'iitiin gammaddan; durummaa isaaniitiinillee hin kabajjamtan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin ammoo, «Hayyoota Mootii Waan Maraa, tajaajiltoota Waaqa keennaa» jedhantanee hin waammatan. Isin qabeenna gosa biyya adda addaa hin nyaattan; durummaa isaaniitiin hin koortan.