Isaiah 61:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'eerafi fokoni teesani ya hobaate. Lafa teesani keesa teetani hormaata keesani maro lama isanii darani, gammadi keesanileeni ka jiru jireennaa taha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan guddisanii mullaniif, salphinni hiree isaanii akka ta'e waan labsameef wonti isaanii dachaa ta'a; baraa haga bara baraa gammachuu argatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan tiyya addee qaani'ii qooda harka lama hin fudhatti; addee salphinnaa dhaala ifiititti hin gammaddi; qooda lafa ifii harka lama hin fudhatti; haga bara baraalle hin gammaddi.