Isaiah 61:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Anini d'uga jaalad'e dabaafi ch'ubbu jibba. Anini d'uga gula gumi tiyyaa woi kenne wold'aqisa jiru jireenna worra woliini tolfad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Rabbi haqa jaaladha; saamichaa fi hujii hammeennaallee hin jibba; gatii isaan barbaachisu isaanii kenna; isaan woliin waadaa bara baraa gala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootii Waan Maraa haqa waan jaaladhuuf, saamichaa fi yakkaa jibba. Ani addatamummaa tiyyaan kolbaa tiyyaaf gatii hujii isaanii hin keenna; isaan wolille'een gondooroo bara baraa hin godha.