Isaiah 61:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'alooti worraa gosa ch'ufa keesa gurra baafate, nami worra argu ch'ufti, aka worri gumi anini eebise, beekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen isaanii fira ufii biratti, ijoolleen ijoollee isaaniillee banii keessaa worra beekkaman ta'an; worri isaan argu maruu fiixaa ani Rabbi isaan eebbise akka ta'an beekan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyiin isaanii gosa biyya adda addaa keessatti, ijoolleen isaaniille kolbaa oddu'utti hin beekkanti; nami isaan dhaggu marti isaan kolbaa Mootiin Waan Maraa eebbise akka te'ane hin beeka.